duree 2 ma.

GAO

Hiika

ijaarsa mana keessaa kan bakka ciisichaatiifi bakka taa'umsa addaan qoodu, cichaa yookiin gorroo manaa; Duree manaa yoo bayeessa godhanii hinijaarin keessummaan hagicha yookiin gorroo duuba  taa'ee waan golaa hojjetan arga.
Sponsors