waanti dubbatame yookiin lallabame gurra namaa seenuu; Dhiyoo keessa sagaleen koo dhaga'amuu dide. 2...
1.sagaleen namaa yookiin waan biraa gurra ofii seenuu; Sagaleen ani alaa dhaga'u kun kan maaliitii? ...
baattuu tamboofi abiddaa tan suphee irraa hojjetamtee funyaan buqqee gaayyaa irra teessu, qonqoo gaa...
waan akka sibiilaa jabaatu, kan lafa keessaa yookiin lafa irraa argamu;"Kan boolii fudhate dhagaa fu...
galata dhabuu, harka deebii dhabuu, dhama'a gatii hinqabne gochuu;. Namni nama galata hinqabne garga...
"dhakaraa" ilaalaa. 2.qarshii durii kan sibiila birrii jedhamu irraa hojjetamu; Duri dhagaraa lamaan...
1. waan gurratti galu, waan ta'e dhaga'anii beekumsa isaa qabiisa; Dhageettii isaa gurraa hinqabu. 2...
1. ofiif dhagawuu; Raadiyoo dhaggeeffachuu jaallata. 2. dhibeen itti wayyaawuu yookiin itti furuu; G...