Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaga'uu go.
dhaga'uu go.
GAO
Hiika
1.sagaleen namaa yookiin waan biraa gurra ofii seenuu; Sagaleen ani alaa dhaga'u kun kan maaliitii? 2. waanti namni namatti dubbate gurra namaa seenuu.
Sponsors