Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dhaggeeffachuu go.
dhaggeeffachuu go.
GAO
Hiika
1. ofiif dhagawuu; Raadiyoo dhaggeeffachuu jaallata. 2. dhibeen itti wayyaawuu yookiin itti furuu; Garaa ciniinnaan kee sitti dhaggeeffatee? 3. yeroo yartuuf turanii waan ta'uuf jiru eeguu;Otuu abdii hinkutatin itti dhaggeeffachuu siif wayyaa.
Sponsors