Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
dafsiisuu go.
GAO

akka dafu gochuu, ariitiidhaan akka hojjetamu yookiin raawwatamu taasisuu;Hojii kana dafsiisii akka ...

dafuu go.
GAO

ariifachuu, jarjaruu; Dafuu barbaachisa, kanaa achi namtichi si jalaa sokka.

dafuu go.
GAO

ariifachuu, jarjaruu; Dafuu barbaachisa, kanaa achi namtichi si jalaa sokka.

dafxaa da.go.
GAO

otuu hinturin,yonnasuma, battalatti, hamma libsuu ijaatti; Otuu quba hinqabnee dafxaa qabamee du'e. ...

dafxaa da.go.
GAO

otuu hinturin,yonnasuma, battalatti, hamma libsuu ijaatti; Otuu quba hinqabnee dafxaa qabamee du'e.

dagaagaa 1 ad.
GAO

bayeessa ta'ee kan itti tole.

dagaagaa 1 ad.
GAO

bayeessa ta'ee kan itti tole.

dagaagaa 2 ma.
GAO

arba ilki dheeraa.

dagaagaa 2 ma.
GAO

arba ilki dheeraa.

dagaagsuu go.
GAO

akka dagaagu gochuu.

dagaagsuu go.
GAO

akka dagaagu gochuu.

dagaaguu go.
GAO

1. namni yookiin biqiltuun sirriitti itti tolee guddachuu; Biqiltuun yoo lafti dagaaga. 2. jireenyi...

dagaaguu go.
GAO

1. namni yookiin biqiltuun sirriitti itti tolee guddachuu; Biqiltuun yoo lafti dagaaga. 2. jireenyi ...

dagalee ma.
GAO

maagara waa ittiin walitti hidhan; Dagalee manaaf ta'u qaba, funyoon dhabe malee.

dagalee ma.
GAO

maagara waa ittiin walitti hidhan; Dagalee manaaf ta'u qaba, funyoon dhabe malee.

dagamsuu
GAO

"du'a gawuu" ilaalaa.

dagatamuu go.
GAO

irraanfatamuu,sammuu namaa keessaa baduu Waanti kun dagatamuu hinoolle.

dagatamuu go.
GAO

irraanfatamuu,sammuu namaa keessaa baduu Waanti kun dagatamuu hinoolle.

daggamuu go.
GAO

hafuura seexanaa waamanii yookiin maqaa seexanaa dha'anii akka waanti barbaadan namaaf ta'u gochuu;...

daggamuu go.
GAO

hafuura seexanaa waamanii yookiin maqaa seexanaa dha'anii akka waanti barbaadan namaaf ta'u gochuu; ...

Sponsors