dagaaguu go.

GAO

Hiika

1. namni yookiin biqiltuun sirriitti itti tolee guddachuu; Biqiltuun yoo lafti dagaaga. 2. jireenyi bayeessa ta'ee namatti toluu, bareeduu; Gurbaan eegii hojii qabatee nidagaage.
Sponsors