daggamuu go.

GAO

Hiika


hafuura seexanaa waamanii yookiin maqaa seexanaa dha'anii akka waanti barbaadan namaaf ta'u gochuu; Kan daggamu warra dabtaraa jedhaman, itti daggamsiisee of jalachiise. 2. waan macaafa irratti otabame dubbisaa yookiin isa beekan afaaniin haasa'aa Waaqa kadhachuu; Warri ortodoksii ganama ganama daawutii  daggamu.
Sponsors