Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
14,033 Jechoota
daabanaa ma.
GAO

caba meeshaa manaa keessattuu, meeshaa suphee, buqqee.

daabanaa'aa ad.
GAO

kan daabanaa qabu; Okkotee daabanaa'aan bishaan yaasa.

daabanaa'aa ad.
GAO

kan daabanaa qabu; Okkotee daabanaa'aan bishaan yaasa.

daabanaa'uu go.
GAO

(mi'a suphee irraa hojjetamuuf) baqaquu, tarsa'aa godhachuu; Okkoteen daabanaa'ee jennaan bishaan hi...

daabanaa'uu go.
GAO

(mi'a suphee irraa hojjetamuuf) baqaquu, tarsa'aa godhachuu; Okkoteen daabanaa'ee jennaan bishaan hi...

daabboo ma.
GAO

buddeena furdaa, kan bukoo baay'ee hinlaafne baalaan maranii, eelee irratti ramaciidhaan bilcheessan...

daabboo ma.
GAO

buddeena furdaa, kan bukoo baay'ee hinlaafne baalaan maranii, eelee irratti ramaciidhaan bilcheessan...

daabbusee ma.
GAO

mimmixa shishifii tan baay'ee gubdu.

daabbusee ma.
GAO

mimmixa shishifii tan baay'ee gubdu.

daabee ma.
GAO

1. rifeensa mataa kan foyamee garasiifi garanatti gadi luu'ame; Daabee ijoollee. 2. ifeensa qola boq...

daabee ma.
GAO

1. rifeensa mataa kan foyamee garasiifi garanatti gadi luu'ame; Daabee ijoollee. 2. ifeensa qola boq...

daabii ma.
GAO

xaafii bifa filti.

daabii ma.
GAO

xaafii bifa filti.

daabiloosii ma.
GAO

1.seexana,hafuura xuraawaa kan nama dogoggorsu, dhukkubsu, cubbuutti nama 'oofu jedhame amanamu. 2. ...

daabiloosii ma.
GAO

1.seexana,hafuura xuraawaa kan nama dogoggorsu, dhukkubsu, cubbuutti nama 'oofu jedhame amanamu. 2. ...

daaddee ma.
GAO

deemsa ijoollee dhiwoo dhalattee; Mucaan koo daaddee  bareera.

daaddee ma.
GAO

deemsa ijoollee dhiwoo dhalattee; Mucaan koo daaddee  bareera.

daaddisa
GAO

"daaddee" ilaalaa.

daaddisuu go.
GAO

1.deemsa daaddee jalqabuu; Mucaan kee daaddisuu jalqabeeraa? 2. bakka tokko keessa asiifi achi dedde...

daaddisuu go.
GAO

1.deemsa daaddee jalqabuu; Mucaan kee daaddisuu jalqabeeraa? 2. bakka tokko keessa asiifi achi dedd...

Sponsors