daabboo ma.

GAO

Hiika

buddeena furdaa, kan bukoo baay'ee hinlaafne baalaan maranii, eelee irratti ramaciidhaan bilcheessan, yookiin bukoo bakka bakkatti. qoodanii sibiila diriiraa irra qaquudhaan mana furnoo keessatti bilcheessan.













Sponsors