daaddisuu go.

GAO

Hiika


1.deemsa daaddee jalqabuu; Mucaan kee daaddisuu jalqabeeraa? 2. bakka tokko keessa asiifi achi deddeebi 'uu, keessumattuuwaan tokko eegudhaaf yookiin barbaadanii arguudhaaf; Namichi  maaliif  as keessa daaddisaa?




Sponsors