biqiltuu baala babaldhaafi dhedheeraa mudhii isaa irraa kaasee ol ijaajju magarsu, kan fakkeenyaaf b...
gosa sibiilaa kan jifaara mormaa, qubaa, yookiin gurraa irraa qopheessan; Kaadhimaaf gutichaa warqii...
abbaafi haadha; Daa'imni warra hinqabne amala baddi. 2. haadha manaa, niitii; Jaarsi warra hinqabne ...
1. sanyii qaalluudhaan bulan, nama qaalluu qabu; Warri qaalluu fageeti bula. 2.warra hangafa abbaa g...
jabina, dhabiisa, socho'a, olii gadi raafama. 2. ka'iisa Yookiin diddaa ummataa; Ummatni hacuuccaa ...
sagalee keessummaan nama mana keessaa ittiin waamu, warra kana!; Warrana, attam bultan?