aannan ija haasa, suukii ta'iisa. 2. nafti jibbaan yookiin rifannaan ija yookiin qoqoree baasa.
1. aannan raasan dhadhaa bawuuf ija /suukii/ godhachuu. 2. nafti ija yookiin qoree baasuu; Nama konk...
1. waan shishifi yeroo aannan raasanii dhadhaan bawuuf jedhu muldhatu. 2. dhukkubni utuu nama hinqab...
midhaan callaa yookiin dheedhii akka baaqelaa, ataraa, qamadii kan affeelanii nyaatan, mulluu.
1. qaawaa duucha, cuqqaala, ajjeera. 2. naannoo girgiddaan manaa itti wal gawu, iddoo dhokataa; Suuq...
1. qaayaa duuchachuu, cuqqaallachuu, ajjeerrachuu; Mana dhimmisu suuqqachuu barbaachisa. 2. wayitti ...