suukii ma.

GAO

Hiika

1. waan shishifi yeroo aannan raasanii dhadhaan bawuuf jedhu muldhatu. 2. dhukkubni utuu nama hinqabin dura dhaqna kan nama caccabsu, qaxqaxee.
Sponsors