Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
suuqqachuu go.
suuqqachuu go.
GAO
Hiika
1. qaayaa duuchachuu, cuqqaallachuu, ajjeerrachuu; Mana dhimmisu suuqqachuu barbaachisa. 2. wayitti rarraafachuu, fannifachuu; Foon akka sareen hintuqne suuqqachuu wayya. 3. keessa kaawwachuu; Dubartiin deesse mataa shurrubbaatti suuqqachuu guddisti. 4. gaafa rakkoo akka mataa shurrubbaatti suuqqachuu ittiin oolaniif waa keewwachuu, gudunfachuu; "Waan bona suuqqatan gannan akaawwatan."
Sponsors