Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
sababamtuu ad.
GAO

tan hamaan yookiin itti qabanni ishii hinhanqanne.

sababamuu go.
GAO

sababiin nama argachuu, wanti tokko sababa namatti ta'uu.

sababii
GAO

"sababa" ilaalaa.

sababuu go.
GAO

sababii itti a'uu arcuun nama  sababuu  barbaaddi.

sabada ma.
GAO

iddoo horil bishaan itti obaasan.

sabaqaa ad.
GAO

nama oduu tokko irraa fuudhee tokkotti hidhuudhaan wal dhabsiisu.

sabaree ma.
GAO

1. qabee xiqqoo waan adda addaa keessa kaawatan. 2. hodhaa okolee fakkaatu, kan miilla(miiloo) hinqa...

sabaroo ma.
GAO

qodaa miira irraa hojjetamu,kan okolee irra guddatu, kan mi'a keessa kaawatan, qorxii.

sabbaka ma.
GAO

waa'ee amanttii (Kiristaanaa)barsiisuu,lallabu.

sabbakuu go.
GAO

waayee macaafa qulqulluu himuu.

sabbata aaqaa ma.
GAO

bifa adda addaa (magari'isuu, boora, diimaa, w.k. f.) kan akka hiddaatti gomboobee, yeroo roobaa sam...

sabbatama.
GAO

1.carqii qaldhoo dheertuu, kan keessattuu namni baadiyyaa mudhiittiin hidhachuuf ooltu; Dubartii dee...

sabbooqa ma.
GAO

tokko tokkotti aana, wal irra Jireenya, dirriba.

sabrii ma.
GAO

1. jarjara malee, odoo hin ariifatin, qalbiidhaan; Mucayyoo mee hin ariifatinii,  sabrii  godhu. 2...

Sadaasa ma .
GAO

ji'a Onkoloolessaafi Muddee jidduu oolu.

sadaffaa ad.
GAO

kan lamatti aanee dhufu.

sadaqaa ma.
GAO

nyaata yookiin qarshii rakkataaf kennan.

sadariyaa ma.
GAO

uffata harka hinqabne, kan fuundurri banaa, kan shamizii irraan  uffatu.

sadarkaa ma.
GAO

1. ijaara akka madabii kan irra ej jetanii t.bba bay an yookiin gadi /gadee/ bu' an. 2. kutaa adda a...

saddeeqa ma.
GAO

tapha mirgaan booldha jaya, bitaan booldha jaya qopheessanii dhakaa afur afur itti naqanii taphatan.

Sponsors