sabbatama.

GAO

Hiika

1.carqii qaldhoo dheertuu, kan keessattuu namni baadiyyaa mudhiittiin hidhachuuf ooltu; Dubartii deesse yoo sabbataan mudhii hidhanmalee garaan akkuma guddatetti hafa. 2. maqaa biyyaa.
Sponsors