Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
sabrii ma.
sabrii ma.
GAO
Hiika
1. jarjara malee, odoo hin ariifatin, qalbiidhaan; Mucayyoo mee hin ariifatinii, sabrii godhu. 2. aarii malee, garaa baldhina; Rabbi sabrii isinii haa kennu.
Sponsors