Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
836 Jechoota
solana ma.
GAO

muka qal'aa jallina hinqabne, margii.

Solee ma.
GAO

maqaa mukaa.

Solloqa ma.
GAO

irraa folloqsa, irraa kaasa, quncisa.wawarraaqxu.

sona ma.
GAO

waan yammuu aarsan urgaami, ixaana.

soofacha ma.
GAO

wawarraaqa dhiiraafi dubartii walfaana ciisanii.

soofachuu 1 go.
GAO

dhiirriifi dubartiin walfaana ciisanii wawarraaquu.

soofachuu 2 go.
GAO

nafa waan tokkoo qal'isuuf irraa duuguu. ilkaan rigachuu.

soofsisuu go.
GAO

akka soofu gochuu.

Soofuu go.
GAO

nafa wal qixxeessuudhaaf yookiin qaldhisuudhaaf sibiila qara qabuun irraa duuguu. 2.barbaaduu.

Soogidda ma.
GAO

waan adii dhadhaa yookiin cirricha fakkaatu, kan bishaan garbaa keessaa argamu, kan waan nyaatan akk...

Soogiddoo 1 ad.
GAO

kan camiin akka soogiddaa.

Soogidoo 2 ma.
GAO

biqiltuu xixiqqoo hundeen ishii hundee kaarotii fakkaattu, tan yoo nyaatan soogidda soogidda jettu.

sookko 1 ad.
GAO

kan reefuu lafaa bawu, margii, kan hingaamariin.

sookko 2 ma.
GAO

abaarsa /abaarree/.

sooksisuu go.
GAO

akka sooku gochuu.

sookuu go.
GAO

cinaadhaan haasa'uu, agiboon nama arrabsuu.

soolanaa
GAO

"solana" ilaalaa.

soolee
GAO

"solee" ilaalaa.

sooma ma.
GAO

1. qurxummii malee fooniifi nyaata adda addaa kan horii irraa argamu yeroo adda addaa amantiif jedha...

sooramaa ma.
GAO

akka namaa furdatuuf jedhanii nyaata kenna.

Sponsors