Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
sooma ma.
sooma ma.
GAO
Hiika
1. qurxummii malee fooniifi nyaata adda addaa kan horii irraa argamu yeroo adda addaa amantiif jedhanii (keessumattuu akka amantii Ortodoksiitti) dhiisa, lagachuu yookiin akka amantii Islaamaatti yeroo tokko tokko guyyaa guyyaa midhaaniifi bishaan dhiisa. 2. waan ta'e dhiisa, lagacha.
Sponsors