Soogidda ma.

GAO

Hiika

waan adii dhadhaa yookiin cirricha fakkaatu, kan bishaan garbaa keessaa argamu, kan waan nyaatan akka mi'eessu itti naqan, ashaboo; "Soogiddaa yoo ofii Jette mi'aayi, kanaatii achi dhakaadha Jedhaniiti  si gatuu".
Sponsors