Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
180 Jechoota
raawuu go.
GAO

qaami hormaata dhiiraa dhaabbatee (ka'ee) qaama hormaata dubartii keessa loloosuu, saluu, godhuu; Ha...

raayamtuu ad.
GAO

Dubartii dhiira bira deemuu baay'iftu.

Raayyaa ma.
GAO

1. loltuu, keessattuu warra dura bu'ee waraanu. 2.maqaa gosa Oromoo biyya Tigraayiifi Waloo keessa j...

Rabbii ma.
GAO

uumaa waan hundaa jedhamee kan amanamu, Waaqa; Adaraa Rabbii Adaraa Waaqaa! waanan si kadhadhu bayii...

rafamuu go.
GAO

baal'een irraa luqqifamuu.

raffisuu go.
GAO

akka rafu gochuu; Mucaa raffisi!

rafuu go.
GAO

ijji namaa dunuunfatee, dhaqni namaa boqotee ciisuu; Halkan rafuun fayyaa namaatiif barbaachiisaadha...

ragaa bawuu go.
GAO

waan beekan nama dhimmi isaa ilaalu biratti dhiyaatanii himuu.

ragaa ma.
GAO

1. waan waan ta'e tokko dhugaa ta'uu isaa mul'isu, ibsu; Namoota barsiisuuf leenjisamaniif waaqati r...

ragada ma.
GAO

sirba ceekuu wal qabatanii, miillaan lafa dhiitaa sirban.

ragadduu ad.
GAO

tan ragada sirbitu yookiin sirbu.

ragaduu go.
GAO

ragada sirbuu.

ragduu ad.
GAO

tan raaga dubbattu, raajjuu.

rahaana ma.
GAO

Marga fooliin urgaawu, kan akka nyaata urgeessuuf keessa buusan, basoobilaa, ashunshuraara; Baaduu k...

rajiijjii ma.
GAO

nafa akka sombaa lallaafu, kan garaacha biratti margee dhama midhaan garaa namaa keessaa daaku of ke...

rajoo
GAO

"rajiijjii" ilaalaa.

rakabilee ma.
GAO

maqaa jabaataa kan hoggaa qophaawu daakuun itti baay'ate.

rakkachuu go.
GAO

qabeenya of harkaa dhabuu, hiyy6omuu.

rakkataa ad.
GAO

1.nama qabeenya hinqabne, hiyyeessa. 2. kan yaada qajeelaa hinqabne; Yaanni namittii rakkattuu kanaa...

rakkina ma.
GAO

1. qabeenya dhaba, hiyyuma; Eega horiin jalaa dhumtee rakkina guddaa irra jira. 2. dhiphina, waan fa...

Sponsors