Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
Qadaddachuu go.
GAO

1. qadaadaan cufachuu. 2. akka hinmul'anne gochuu, dhoffachuu; Haati na a deesse mudaa namaa qadaadd...

qadoo ad.
GAO

bifa homaa makaa hinqabne; Sa'a diimaa qadootu jalaa bade.

qafee ad.
GAO

qotiisa namni qotiyyoo hinqabne nama qotiyyoo gabuuf qotee boodammoo ofiif qotatu; Narnni qafee qotu...

qajeela ma.
GAO

1. bakkatti deebi'a; Kan qajeela bade dafee hinfayyu. 2. amala godhacha; Kan qajeela didu gabaa hind...

qajeelchuu go.
GAO

1. bakkatti deebisuu; Ulee jalataa abiddatti karkarsanii itti qajeelchu. 2. karaa qabsiisuu; Horii b...

qajeelfachuu go.
GAO

1. bakkatti deebifachuu; Qaama cabe qajeelfachuu ogeessa bira deeme. 2. waa kennanii araarfachuu; Ji...

qajeeloo
GAO

"qajeeltuu" ilaalaa.

qajeeltuu ad.
GAO

1. daba tan hinqabne; Dagalee qajeeltuu murateeti gale. 2. hammeenya tan hinqabne; Mucaa qajeeltu to...

qajeeluu go.
GAO

1. bakkatti deebi'uu. 2. karaa qabachuu, deemuu. 3. amala godhachuu, leenjifamuu. 4. hammeenya dhabu...

qajjiisa ma.
GAO

rifeensa mataa yookiin gogaa horii; Horiin akka dhukkubsate qajjiisa buqqisaniiti ilaalu.

qajjisa
GAO

"qajjiisa" ilaalaa.

qakkee ma.
GAO

qufaa nama irra ture; Qufaan nama irra yoo ture qakkee ta'uu danda'a.

qal'aa ad.
GAO

1. foon dhaqnaa kan haphatu, huqqataa. 2. foyaa jirbii kan maagii irra qal'atu. 3. dhangala'aa furri...

qal'achuu go.
GAO

1.furdina dhabuu, huqqachuu.  2. bishaaniin makamuu.

qal'ina ma.
GAO

furdina  dhabiisa, huqqina.

qal'isuu go.
GAO

akka qal'atu yookiin huqqatu gochuu.

qal'oo ad.
GAO

furdina tan hinqabne, Dubartii qal'oon ni bareeddi.

qala ma.
GAO

1. morma mura yookiin buusa. 2. gogaa irraa kaasa; Qala hinbeektuu billaa isatti kenni.

qalaa ad.
GAO

kan qalu.

qalaamaa ma.
GAO

farda dhaltuu; Qalaamaa biteeti fardeen horsiifate.

Sponsors