1. xurii yookiin huuba keessaa baafachuu; Qamadii daakuuf qulleeffate. 2. cubbuu of irraa baasuu; Qu...
gosa qullubbii kan bifti adii, qimamiifi qoricha garaagaraa ta'u; Qullubbii yoo nyaatan afuurri nama...
Gosa qullubbii kan baala guddatu,kan baalaafi hundee isaa muranii ittoo yookiin waxiitti makanii qop...
gosa qullu bii kan bifti diimaa, baalaafi hundee muranii ittoo yookiin qimamii adda addaa ittiin qop...
Biqiltuu (ataakiltii) fooliin urgaawu kan qimamiiniifi qorichi garaagaraa irraa qophaa'uu danda'u.
1. qulqulluu ta'uu; Midhaan bubbeetti kenname hinqulqullaa'a. 2. cubbuu jalaa bawuu; Hoodatu qulqull...
1. xurii keessaa baafachuu. 2. qilleensatti kennanii habaqii keessaa baafachuu.
1.xurii irraa yookiin huuba keessaa baasuu; Xaatii afarseeti qulqulleesse. 2. cubbuu jalaa baasuu; j...
1. xurii yookiin huuba kan hinqabne; Bishaan qurun hundi qulqulluu miti. 2.cubbuu kan hinhojje...
hundee mukaa yookiin agadaa boqqolloo Qumbaan boqqolloo akka gobaa hintaane, lafa keessatti muru.