qulqulluu ad.

GAO

Hiika

1. xurii  yookiin huuba kan hinqabne;  Bishaan qurun hundi qulqulluu miti. 2.cubbuu kan  hinhojjenne; Namni qulqulluun badii nama hinjaallatu. 3. mudoo  kan hinqabne,  hammii  homaa kan hinqabne;  Sanyiin isaa qulqulluudha.
Sponsors