qullubbii baaroo ma.

GAO

Hiika

Gosa qullubbii kan baala guddatu,kan baalaafi hundee isaa muranii ittoo yookiin waxiitti makanii qopheessan; Qullubbii baaroon ittoo mi'eessa.
Sponsors