Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qaaraa ma.
GAO

buusaa doqqofamee, ciffatamee yookiin dafaqamee nyaatamu, kan afaan keessa gubu. corqaa; Qaaraan yoo...

qaari'a ma.
GAO

1. irra ceeha; Qaari'a uleetu isa rifachiise. 2. gar malee fagaacha; Qaari'a horii argeeti fiiguu ja...

qaari'uu go.
GAO

1. irra darbuu yookiin cewuu; Namni fardaan utaalee laga hinqaari'u. 2. garmalee fagaachuu.

qaarisa ma.
GAO

irra dabarsa; Qaarisa eeboo dargaggeessatu beeka.

qaarisiisuu go.
GAO

akka qaarisu gochuu.

qaarisuu go.
GAO

darbatanii irra dabarsuu; Eeboo darbateeti mana irra qaarise.

qaarmii ma.
GAO

1. caccabaa midhaanii kan hoggaa midhaan haaman bu'u yookiin haamtuu jala darbee hafu; Jaartiin qaar...

qaaruu ma.
GAO

qaama gurra duubatti argamu.

qaaruu nama nyaachuu go.
GAO

gar malee mi'aawuu; Waan harka toltuuf dhangaani ishii qaaruu nama nyaata.

qaata da.go.
GAO

ammaan dura, kanaan dura yookiin ammatti aannee; Mucaan qaata nama guddaa ta'e; Qaata dhufee xinnoo ...

qaataa ma.
GAO

bakka rasaasni taa'u, keessattuu qawwee keessa; Qaataan qawwee mugze rasaasa shan nyaata.

qaawa ma.
GAO

uraa ifa mul'isu; Qaawa gaaguraa marageeti duuche.

qaawuu go.
GAO

qaawa godhachuu; Waan maraggiin irraa jigeef manni qaawuu calqabe.

qaaxillaa
GAO

"qooxii" ilaalaa.

qabaa guutuu ma.
GAO

Hamma harki tokko qabuu danda'u.

qabaa harkaa ma.
GAO

waan harki tokko qabu.

qabaa ma.
GAO

1. mi'a waan ta'e ittiin qaban; Qabadhaan mukukkula qabeeti dukkanatti darbate. 2.. waan ittiin qaba...

qabachiisuu go.
GAO

akka qabatu gochuu.

qabachuu go.
GAO

 1. harka ofii jalagalchuu. 2. lafa baruu, lalisuu; Geeshoon ganna dhaaban dafeeti lafa qabata. 3. ...

qabamuu go.
GAO

1. harka namaa galuu; Hattuun qabame. 2. dhµkkuba fuudhuu; Busaan yoo si qabde qoricha otoo hinfudh...

Sponsors