Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
qaqaq gochuu go.
GAO

akka qaqaqsu gochuu.

qaqaq jechuu go.
GAO

qaqaqii dhageessisuu; Dugdi dhibame qaqaq jechuu baay'isa.

qaqaqii ma.
GAO

sagalee waan cabee yookiin socho'ee; Qaqaqii barcumaatu mucaa dammakse.

qaqaqsa ma.
GAO

sagalee waan cabee yookiin socho'ee; Namni dulloome hogguu lafaa ka'u dugdi isaa qaqaqsa dhageessisa...

qaqaqsuu go.
GAO

qaqaqii dhageessisuu.

qaqawwee ma.
GAO

muka qoraattii qabu, kan buufni isaa nyaatamu, angoxxoo, goraa; Qaqawwee yoo nyaatan afaan nama guba...

qaqqaammacha ma.
GAO

abidda yookiin aduu fudhacha, yookiin o'ifacha.

qaqqaammachiisuu go.
GAO

o'a akka qaamatti fudhatu,gochuu, dhaamocha of irraa ariisisuu.

qaqqaammachuu go.
GAO

1. abiddatti yookiin aduutti of karkarsuu; Jaarsi abidda qaqqaammachuu jaallata. 2. o'a qaamatti fud...

qaqqaammii ma.
GAO

o'a fudhacha; Qaqqaammiin hamma darbe nama huba.

qaqqabachiisuu go.
GAO

akka qaqqabu gochuu.

qaqqabachuu go.
GAO

1. bira gawuu; Kan nama gate deemaniiti qaqqabatu. 2. harkaan tuttuquu; Harkaan qaqqabadhuutii bilch...

qaqqabuu go.
GAO

1. duuba bu'anii bira gawuu; Horiin akka hinbanne dafii qaqqa badhu. 2. harkaan tuqanii kan dhibame ...

qaqqajeelchuu go.
GAO

waan dabe yookiin cabe bakkatti deebisuu; Harka miidhame dhidhiibaniiti qaqqajeelchu.

qaqsiifachuu go.
GAO

abidda  yookiin aduu rukuchiifachuu.

Qaqsiisuu go.
GAO

abidda yookiin aduu rukuchiisuu.

qaquu go.
GAO

quncee muka irraa kaasuuf abiddatti karkarsuu. 2.  akka qaqaa uffatu gochuu; Ulee qaqame nidiimata.

qara 1 ma.
GAO

1 . doomaa kan hintaane; Qara billaa dhagaatti hinrigin. 2. fiixa kan qabu; Qara ulee irraa cabse.

qara 2 ad.
GAO

hagada dhamsa  (dhama) hinqabne, hoffaa; Hagadaa qara  hinnyaatin.

qara 3 ad.
GAO

waan qeentee  ta'e, morma; Qotiyyoo cimdiifi qara qaba.

Sponsors