Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qaqqaammachuu go.
qaqqaammachuu go.
GAO
Hiika
1. abiddatti yookiin aduutti of karkarsuu; Jaarsi abidda qaqqaammachuu jaallata. 2. o'a qaamatti fudhachuu; Ijoollee aduu ganamaa qaqqaammachiisuun bayeessa.
Sponsors