qaqqabuu go.

GAO

Hiika

1. duuba bu'anii bira gawuu; Horiin akka hinbanne dafii qaqqa badhu. 2. harkaan tuqanii kan dhibame fayyisuu;Namichi qaqqabateetuma fayyise. 3.irra gawuu; buna qaqqabatteettaa dhugii deemi.
Sponsors