Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
847 Jechoota
Q,q
GAO

qubee Oromoo tarree kudha torbaffaa irratti argamu.

qa'oo ma.
GAO

dhagaa gurguddaa tabba irra dhadhaabatu.

qaa gochuu go.
GAO

1.dhahanii cabsuu; Uleedhaan buqqee qaa godheeti gargar baase. 2. siriitti abidda yookiin aduu rukuc...

qaabachiisuu go.
GAO

akka qaabatu gochuu.

qaabachuu go.
GAO

1. waa argachuu yookiin gudunfachuu. Qaabachuun gamna hindhibu. 2 garaatti qabachuu.

qaaca ma.
GAO

1. faachoo warqee irraa soqamee bawu kan ittiin waan akka dooniyaa (keeshaa) hojjetan. 2. biqiltuu q...

qaadii ma.
GAO

Abbaa seeraa Shari'aa; Qaadii bira deemteeti dubbiin irraa dhume.

qaadima
GAO

"kaadhima" ilaalaa.

qaafira ma.
GAO

eegumsa waan sodaatamuu kan akka nageenya namaa hinunkurre halkan takkaayis guyyaa asiifi achi deema...

qaalaa ma.
GAO

holqa hallayyaa kan uumamaa yookiin namni qotee waa keessa dhokachuu danda'u; Kan garaa qabuuf qaala...

qaallicha
GAO

"qaalluu" ilaalaa.

qaalluu ma.
GAO

1. nama fagu, kan waa hima jedhamu. 2. nama beekumsa qabu, kan dubbii hiiku yookiln gorsa kennu; Gor...

qaam'ee
GAO

"qaamee" ilaalaa.

qaama ma.
GAO

dhaqna waan ta'ee; Qaama mucaa bishaan ho'ifteeti dhiqxe.

qaamamuu go.
GAO

afaaniin siphatamuu, afaan guutamee nyaatamuu.

qaamawuu go.
GAO

bifa dhabuu, coollaguu; Ilmoon hoolaa yoo qaqqabatan niqaamofti.

qaamessuu go.
GAO

akka bifa dhabu, huqqatu yookiin coollagu gochuu.

qaammacha ma.
GAO

Caama yookiin aduu o'ifacha.

qaammachisuu go.
GAO

Caama yookiin aduu O'ifachiisuu.

qaammachuu go.
GAO

Caama yookiin aduu o'ifachuu.

Sponsors