Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qaa gochuu go.
qaa gochuu go.
GAO
Hiika
1.dhahanii cabsuu; Uleedhaan buqqee qaa godheeti gargar baase. 2. siriitti abidda yookiin aduu rukuchi isaanii gogsuu; Soogidda aduutti baafteeti qaa gote. 3. battalatti rukutanii ajjeesuu; Bosonuu rasaasa tokkoon qaa godhe.
Sponsors