Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
qaaca ma.
qaaca ma.
GAO
Hiika
1. faachoo warqee irraa soqamee bawu kan ittiin waan akka dooniyaa (keeshaa) hojjetan. 2. biqiltuu qoraattii qabu kan funyoo yookiin mi'a adda addaa irraa qopheessan; Afaa (minxaafii)qaacaa yoo qalamii adda addaa diban nibareeda.
Sponsors