Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
292 Jechoota
leenjifamuu go.
GAO

leenjisa argachuu; Waraanaaf leenjifamuu irra jiru.

leenjiftuu ad.
GAO

kan leenjisa laatu.

leenjisa ma.
GAO

horii barsiisanii akka hojii namaaf hoJJetu gocha; Dibicha leenjisa irra jiru sooruun barbaachisaadh...

leenjisaa ad.
GAO

1. nama horii leenjiau. 2. nama barumsa bartootaaf laatu.

leenjisuu go.
GAO

1. horiin hojii akka namaaf hojjetu barsiisuu; Dibicha qonnaadhaaf leenjisu. 2. nama barumsaan ogees...

leensaa ad.
GAO

bifa qabeessa, bareedaa, lalisaa.

leensee ad.
GAO

dubartii bayeetii, bifa qabeettii.

leessuu go.
GAO

nyaatanii fixuu; "Mi'aa keetu mi'aa dhirsa kiyyaa na dhowwe" jette kan damma muuxattee leessite.

leetoo ma.
GAO

oltee bultee, jireenya; Eega horiin harkaa dhumtee leetoon isaa bade.

leexaa ad.
GAO

1. tokkicha kan ta'e, kan waan biraa of biraa hinqabne; Mukni hinjiru, hin yaabbanne, firri hinjiru,...

leexoo
GAO

"leexaa 2"  ilaalaa.

leeyya'u go.
GAO

waan bayii hin aane hoJjetanii yookiin dubbatanii ija ol fuudhanii nama ilaaluu dadhabuu.

leeyyaasisuu go.
GAO

1.akka leeyya'u gochuu. 2. waan namni hindanda'u, hingodhu jedhee yaadu gochuudhaan, danda'uudhaan, ...

leeyyoo ma.
GAO

waan nama biratti fudhatama hinqabne ya muu hojjetan yookiin dubbatan kan namatti dhaga'amu, qaanii,...

lem lem jechuu go
GAO

utuu irraa hinbayin mi'aa akka shukkaaraa qabaachuu; Daabboon kun shukkaara qabaayii lem lem jedhawo...

lemoo ma.
GAO

1. ergamtuu abbaa muudaa. 2. ergamtuu.

lephoo ma.
GAO

baala daggalaa kan akka raafuutt1 affeelamee nyaatamu, kan garaa namaa laaffisu; Raafuu lephoo yammu...

lephuu ma.
GAO

dhoqqee bukaayee yammuu keessa ejjetan miilla namaa qabu; Dukkanaan atuu deemuu lephuu lixee keessaa...

liccisoo ma.
GAO

bishaan yammuu daakan mataadhaan bishaan keessa seenuu.

liiboo ma.
GAO

ulee eeboo yookiin waraanaa; "Liiboo darbatanii jinfuu hinqabatan".

Sponsors