leeyyaasisuu go.

GAO

Hiika

1.akka leeyya'u gochuu. 2. waan namni hindanda'u, hingodhu jedhee yaadu gochuudhaan, danda'uudhaan, w.k.f. namicha qa'anessuu, haasaa isa durii sanatti akka inni gaabbu gochuu.
Sponsors