Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
leexaa ad.
leexaa ad.
GAO
Hiika
1. tokkicha kan ta'e, kan waan biraa of biraa hinqabne; Mukni hinjiru, hin yaabbanne, firri hinjiru, hinwaammanne argee hindhiisu, seexaa koo, fira hinqabu leexaa koo. 2 hori1 ba'aa yookiin kooraa malee karaa deemtu; Farda leexaa yaabbate, 3. dubartii garaa duwwaa, kan mucaan garaa hinjirre. 4. kan homaa of harkaa hinqabne; Biniin na harka hinjiru
Sponsors