Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
keessumesiisuu go.
GAO

keessummaa simachuu.

keessummaa ma.
GAO

nama keessa hinbeekne, nama darbee darbee bakka biraatii nama gaaffii yookiin ilaalcha dhufu; Keessu...

keessumummaa ma.
GAO

keessummaa ta'iinsa; Keesswnmummaan firaa nama hindhibu.

keettoo ad.
GAO

nama dhoksaan waan ta'e hubatu yookiin nama nama miidhuuf dhoksaadhaan nama adamsu.

keeyata ma.
GAO

1.waan kaa'anii of harkaa qaban; Maaliif na jalaa tuqxan? kun keeyata kooti. 2. lafa qonnaa fuula to...

keeyifa ma.
GAO

suphee diimaa.

keeyifoo
GAO

"qayyattaa" ilaalaa.

keeyirii ma.dha
GAO

kan gaarii yookiin bayeessa ta e; Waan qottoon murte keeyirii waan soddaan Jedhe, eeyii!

kennuu go.
GAO

1. waan tokko harka ofiitiin fuudhanii gara harka biraatti dabarsuu; Macaafa achi kennuu, Mucaa warr...

kerkeraa ad.
GAO

nafa laafina kan dhukkuba, dulluma yookiin nyaata dhabina irraa namatt1 dhufu; Namichi dhukkubee tur...

kerkeraa'uu go.
GAO

kerkeraa ta'uu;Dulloomee kerkeraa'eera.

kerkeruu
GAO

"kerkeraa'uu" ilaalaa.

keyyachuu go.
GAO

1. ol kuusachuu; Horii yeroo rakkinaatiif achi keeyachuun bayeessa. 2. uffataa. w.k.f. ofitti kaa'uu...

kibaaba
GAO

"qibaaba" 1 laalaa.

kibiriitii ma.
GAO

feleencoo mukaa, kan fiixeen isee yammuu roga baatu feleencoo kanaatiin rukutan abiddi boba'u gidduu...

kiccuu
GAO

"kichu" ilaalaa.

kichuu ad.
GAO

kan hingayin, kanhinbilchaatin, corqaa; Daa'ima kichuu.

kicuu ma.
GAO

gosa biqiltuu kan buufni isaa hansoosillaa fakkaatu.

kiibxata ma.
GAO

maqaa guyyaa torbanii kan Wiixataafi Roobii gidduu, Facaasaa.

kiifamuu
GAO

"kiisamuu" ilaalaa.

Sponsors