Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
kennuu go.
kennuu go.
GAO
Hiika
1. waan tokko harka ofiitiin fuudhanii gara harka biraatti dabarsuu; Macaafa achi kennuu, Mucaa warratti kennuu. 2. Waaqatti himachuu; waan hindandeenye Waaqatti kennuu barbaachisa.
Sponsors