Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
keeyata ma.
keeyata ma.
GAO
Hiika
1.waan kaa'anii of harkaa qaban; Maaliif na jalaa tuqxan? kun keeyata kooti. 2. lafa qonnaa fuula tokko kan ta'e, kan yeroo tokko maarashaan itti dhaabbatu; Keeyata tokkittii qote. 3. mi'a naqataa; Keeyata intala irraa qaba.
Sponsors