Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
396 Jechoota
kataamuruu
GAO

"qaxxaamuruu" ilaalaa.

katabbii ma.
GAO

keessattuu qalamiidhaan waraqata irratti waan barreeffamu, barreessa, caaffata; Katabbiin isaa namaa...

katabduu ma.
GAO

nama waraqata irratti waa katabu, barreessituu.

katabsiisuu go.
GAO

1. akka katabu gochuu. 2. talaallii akka fudhatu gochuu.

katabuu go.
GAO

1. qalamiidhaan waraqata irratti yaada tokko arfiidhaan yookiin qubeedhaan sararuu, barreessuu; Wara...

katamaa
GAO

"magaalaa" ilaalaa.

kattaabii
GAO

"katabduu" ilaalaa.

kazaaraa
GAO

"kaazaraa" ilaalaa.

kee ma.dha.
GAO

gabeenya namicha itti dubbatanii kan agarsiisu; Harka kee; Horii kee, Mana kee.

keekii ma.
GAO

nyaata lallaafaa akka daabboo kan shukkaara, hanqaaquu, aannan, w.k.f. daakuun makamee hojjetamu.

keellaa ma.
GAO

mandara yookiin biyya kan ulaa galaafi bayaa qabu, kari ulaan isaa kunis waardiyyaadhaan eegamu; Kee...

keelloo ma.
GAO

biqiltuu bifa warqee yookiin bifa bookaa daraartu, kan ijaajjiin isee yookiin muki isee lallaafu; Ke...

keenna .ma.dha.
GAO

namni baay'een qabeenya isaanii kan ittiin himatan, keenya; Mana keenna; Biyya keenna.

keenya
GAO

"keenna" ilaalaa.

keesha ma.
GAO

qarxiixii qaaccaa irraa hojjetamu, kan waanti isatti  kiiloo dhibba tokko dhooftu.

keessa 1 da.go.
GAO

bakka waa galchuu danda'u yookiin duubaan marfamee bakka walakkeessisaa duwwaa; Mana keessa jira; Dh...

keessa ooluu go.
GAO

1.guyyaa tokkoof waan tokko hojJetaa ooluu yookiin turuu. 2. waan tokko keessatti argamuu; Manni kee...

keessa qabachuu go.
GAO

dubbii oofii keessatti ulfina namichaaf barbaachisu dhowwachuu; Haasaadhaan nama keessa qabachuun qa...

keessattuu da.go.
GAO

hundumaa irrayyuu, kamiinuu caalaatti; Sinbirroon gol'oo qabdi, keessumattuu gol'ichoo qabdi.

keessumattuu
GAO

"keessattuu" ilaalaa.

Sponsors