keessa 1 da.go.

GAO

Hiika

bakka waa galchuu danda'u yookiin duubaan marfamee bakka walakkeessisaa duwwaa; Mana keessa jira; Dhoqqee keessaa qoraattiin na waraane; "Hamma namaa hinbeektuu keessa qabattee namaaf laatti". ittiin dubbatan; Horiin kun keessan.
Sponsors