keessa ooluu go.

GAO

Hiika

1.guyyaa tokkoof waan tokko hojJetaa ooluu yookiin turuu. 2. waan tokko keessatti argamuu; Manni kee bakka diigamu keessa oole. 3. hojii yookiin dubbii hamma barbaachisu caalaatti hoJjechuu yookiin dubbachuu; Dubbii keessa ooluun nama nuffislisa; Hojii keessa ole? dadhabe.
Sponsors