Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
durii durii 1 da.go.
GAO

yeroo yookiin bara achi fagoo, bara durii, bara Abbaa Gadaa;Durii durii mana kan bulchu haadha warra...

durii durii 1 da.go.
GAO

yeroo yookiin bara achi fagoo, bara durii, bara Abbaa Gadaa;Durii durii mana kan bulchu haadha warra...

durii durii 2 ma
GAO

oduu durii, oduu bara durii; Durii durii beektaa,mee natti himi.

durii durii 2 ma
GAO

oduu durii, oduu bara durii; Durii durii beektaa,mee natti himi.

durjii ma.
GAO

kiisii xarapheezzaa.

durjii ma.
GAO

kiisii xarapheezzaa.

duroo'uu go
GAO

dureessa ta'uu.

duroo'uu go
GAO

dureessa ta'uu.

durooma ma.
GAO

qabeenya horii,duniyaa yookiin qarshii.

durooma ma.
GAO

qabeenya horii,duniyaa yookiin qarshii.

duroomaa ad.
GAO

kan qabeenyaan badhaadhe, soreessa.

duroomaa ad.
GAO

kan qabeenyaan badhaadhe, soreessa.

duroomsuu go.
GAO

1.dura akka ta'u gochuu; Na duroomsi mee nan ariifadhaaf 2.dureessa akka ta'u gochuu; Biyya keenya o...

duroomsuu go.
GAO

1.dura akka ta'u gochuu; Na duroomsi mee nan ariifadhaaf 2.dureessa akka ta'u gochuu; Biyya keenya o...

duta ma.
GAO

iyya saree, keessumattu kan gidduu gidduutti dhaabbataa iyyitu. kan yeelala hinta'in, fakkeenyaaf ye...

duta ma.
GAO

iyya saree, keessumattu kan gidduu gidduutti dhaabbataa iyyitu. kan yeelala hinta'in, fakkeenyaaf ye...

dutuu go.
GAO

1. sareen sagalee dutaa dhageessisuu; "Erga waraabessi darbee sareen dutti". 2.sagalee ol fuudhanii ...

dutuu go.
GAO

1. sareen sagalee dutaa dhageessisuu; "Erga waraabessi darbee sareen dutti". 2.sagalee ol fuudhanii ...

duuba 1 da.go.
GAO

1. kan fuuldura hinta'in, booddee, maayessa Wal duraa duubaan deemaa Si duuban ture, ati kanaaf nan...

duuba 1 da.go.
GAO

1. kan fuuldura hinta'in, booddee, maayessa Wal duraa duubaan deemaa Si duuban ture, ati kanaaf nan ...

Sponsors