Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
duroomsuu go.
duroomsuu go.
GAO
Hiika
1.dura akka ta'u gochuu; Na duroomsi mee nan ariifadhaaf 2.dureessa akka ta'u gochuu; Biyya keenya oduudhaan utuu hin ta'in jiruudhaan duroomsinaa.
Sponsors