1 . yeroo achi fagaatu, bara Abbaa Gadaa; Dura namni biraa biyya keenya kana keessa hinturre. 2. bak...

hiituu jecha lama kan walitti qindeessitu, kan walitti fiddu; Utuu hindeemin dura koottuu na ilaali.

qalanii foon dirraa addaan baasuu; irra hoolaa kophaatti baasu. irree baasuu, furdachuu, abina ag...
qalanii foon dirraa addaan baasuu; irra hoolaa kophaatti baasu. irree baasuu, furdachuu, abina aga...
namoota hedduudhaaf abbaa mataa ta'ee kan geggeessu, abbaa barcumaa, abbaa bokkuu; Dura bu 'aa walda...

1. dura adeemuu; Nu dura bu' ii karaa nutti agarsiisi. 2. (waan baay'atanii hojjetan) namni yartuun...
1. dura adeemuu; Nu dura bu' ii karaa nutti agarsiisi. 2. (waan baay'atanii hojjetan) namni yartuun ...
jalqaba, hunda dura; Duraan dursatti kan fiigicha maaraatoniitiin madaaliyaa Itoophiyaadhaaf argamsi...

duraan durseeyyuu, amma utuu hinta' in duraaniyyuu; Amma dhiisii durattuu sobuu hinjaalladhu.

1. dargaggoo nadheenii, tan kanaan dura hinheerumin, keessumattuu tan kanaaan dura dhiira hinbeekne;...