Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dura bu'uu go.
dura bu'uu go.
GAO
Hiika
1. dura adeemuu; Nu dura bu' ii karaa nutti agarsiisi. 2. (waan baay'atanii hojjetan) namni yartuun jalqabee warri biraa hordofuu; Faarsaa kana mee nuuf dura bu' ii nuu faarsi.
Sponsors