durba ma.

GAO

Hiika

1. dargaggoo nadheenii, tan kanaan dura hinheerumin, keessumattuu tan kanaaan dura dhiira hinbeekne; Durbamoo nadheen fuudhee? 2. mucaa durbaa dhiwoo dhalate; Haati kee dhiiramoo  durba deessee?
Sponsors