Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
du'aa ad.
GAO

1.kan lubbuun keessa injirre, reeffa. 2. (arraba) kan faayidaa hinqabne, dadhabaa; Namicha du' aa t...

du'aa ad.
GAO

1.kan lubbuun keessa injirre, reeffa. 2. (arraba) kan faayidaa hinqabne, dadhabaa; Namicha du' aa to...

du'aa'ii ma.
GAO

eebba.

du'aa'ii ma.
GAO

eebba.

dubartii ma.
GAO

nama dhalaa kan dhiira hinta'in, nadheen; dubartiin ijoollee hortee guddifti. 2. dhiira sodaatu, xe...

dubartii ma.
GAO

nama dhalaa kan dhiira hinta'in, nadheen; dubartiin ijoollee hortee guddifti. 2. dhiira sodaatu, xee...

dubartummaa ma.
GAO

1. akkaataa yookiin haala adda addaa dubartii irraa mul'atu; Dubartummaa koo ilaalee akkanatti taph...

dubartummaa ma.
GAO

1. akkaataa yookiin haala adda addaa dubartii irraa mul'atu; Dubartummaa koo ilaalee akkanatti tapha...

dubbachaa go.
GAO

utuu dubbatanii (dubbataa); Ofitti dubbachaa (dubbataa)adeema.

dubbachaa go.
GAO

utuu dubbatanii (dubbataa); Ofitti dubbachaa (dubbataa)adeema.

dubbachiisuu go.
GAO

akka dubbatuuf jecha tapha uumuu; Nama kana dubbachiisi malee! 2. waan akka dibbee rukutanii sagale...

dubbachiisuu go.
GAO

akka dubbatuuf jecha tapha uumuu; Nama kana dubbachiisi malee! 2. waan akka dibbee rukutanii sagalee...

dubbachuu go.
GAO

sagaleedhaa yaada ofii mul'isuu, yaada ofii haasa'uu; Mucaan dhalatu gaafa waggaa sadii bayeessaa go...

dubbachuu go.
GAO

sagaleedhaa yaada ofii mul'isuu, yaada ofii haasa'uu; Mucaan dhalatu gaafa waggaa sadii bayeessaa go...

dubbataa ad.
GAO

kan dubbii bayeessa godhee beeku; Akkas seetee? Inni nama dubbataa cimaadha.

dubbataa ad.
GAO

kan dubbii bayeessa godhee beeku; Akkas seetee? Inni nama dubbataa cimaadha.

dubbatamuu go.
GAO

waayeen waan tokkoo yookiin waayeen namaa kaafamee irratti mari'atamuu, haasa'amuu. 2. durbi yookii...

dubbatamuu go.
GAO

waayeen waan tokkoo yookiin waayeen namaa kaafamee irratti mari'atamuu, haasa'amuu. 2. durbi yookiin...

dubbattuu ad.
GAO

tan dubbiidhaan nama nuffisiiftu; Hindhaggeeffatiniif isheen dubbattuu badduudha! 2. nama dubbii akk...

dubbattuu ad.
GAO

tan dubbiidhaan nama nuffisiiftu; Hindhaggeeffatiniif isheen dubbattuu badduudha! 2. nama dubbii akk...

Sponsors