Galmee Jechootaa
Gara Galmee Jechootaatti Deebi'aa
Ka'umsa
GAO
dubartummaa ma.
dubartummaa ma.
GAO
Hiika
1. akkaataa yookiin haala adda addaa dubartii irraa mul'atu; Dubartummaa koo ilaalee akkanatti taphata. 2. akka dubartii ta'iinsa (yeroo baay'ee dhiiraaf); Gaafas dhiirummaa kootiifi dubartummaa koo addaan baaftee barta egaa!
Sponsors