dubbachiisuu go.

GAO

Hiika


akka dubbatuuf jecha tapha uumuu; Nama kana dubbachiisi malee! 2. waan akka dibbee rukutanii sagalee dhageessisuu; Gama sanaa utuu dibbee hindubbachiisin hinbulan. 3.seera namootaaf ilaaluu; Daanyaatu seera dubbachiisa.

Sponsors