Galmee Jechootaa Afaan Oromoo

Hiika Jechoota
1,832 Jechoota
diigsisuu go.
GAO

akka diigamu gochisiisuu.

diigsisuu go.
GAO

akka diigamu gochisiisuu.

diiguu go.
GAO

waanti ijaaramee ta'e tokko addaan bittinnaawuu; Manni ofii qilleensaan diigamuu. 2. dhirsaafi niit...

diiguu go.
GAO

waanti ijaaramee ta'e tokko addaan bittinnaawuu; Manni ofii qilleensaan diigamuu. 2. dhirsaafi niiti...

diilalla ma.
GAO

qilleensa qorra yookiin dhaamocha of keessaa qabu; Diilalla keessa hindeemin.

diilalla ma.
GAO

qilleensa qorra yookiin dhaamocha of keessaa qabu; Diilalla keessa hindeemin.

diilallaa'aa ad.
GAO

kan diilalla qabu; Bishaan diilallaa'aan dhugaatiif bayeessa. 2. nama harka hino'ine; Inni diilallaa...

diilallaa'aa ad.
GAO

kan diilalla qabu; Bishaan diilallaa'aan dhugaatiif bayeessa. 2. nama harka hino'ine; Inni diilallaa...

diilallaa'uu go.
GAO

1. o'ina dhabuu, qorruu, qabbanaa'uu. 2. dulloomuu, keessumattuu dubartiidhaaf; Jaartii diilallooft...

diilallaa'uu go.
GAO

1. o'ina dhabuu, qorruu, qabbanaa'uu. 2. dulloomuu, keessumattuu dubartiidhaaf; Jaartii diilalloofte...

diilalleessaa ad.
GAO

1.kan nama dhaamochiisu. 2. oduu yookiin gocha nama rifachiisu; Oduu diilalleessaa tokko dhagayeen h...

diilalleessaa ad.
GAO

1.kan nama dhaamochiisu. 2. oduu yookiin gocha nama rifachiisu; Oduu diilalleessaa tokko dhagayeen h...

diilalleessuu go.
GAO

1.akka diilailaa' u gochuu, qabbaneessuu. 2 . geenjoo taasisuu.

diilalleessuu go.
GAO

1.akka diilailaa' u gochuu, qabbaneessuu. 2 . geenjoo taasisuu.

diilallooftuu ad.
GAO

1 . dubartii yookiin waan biraa kan o'ina hinqabn , qabbanooftuu, bushooftuu,- Dubartii diilallooftu...

diilallooftuu ad.
GAO

1 . dubartii yookiin waan biraa kan o'ina hinqabn , qabbanooftuu, bushooftuu,- Dubartii diilallooftu...

diilana da.go.
GAO

yeroo amma keessa jiru; Diilana jiruutu natti baay'ataa, deemuu hindanda 'u. 2. hagasmara, hammanat...

diilana da.go.
GAO

yeroo amma keessa jiru; Diilana jiruutu natti baay'ataa, deemuu hindanda 'u. 2. hagasmara, hammanatt...

diilloo ma.
GAO

daangaa midhaani i nama adda addaa gargar fowuuf tuulame; Diilloo natti darbitee maaliif  midhaan k...

diilloo ma.
GAO

daangaa midhaani i nama adda addaa gargar fowuuf tuulame; Diilloo natti darbitee maaliif  midhaan k...

Sponsors